Genesis 39:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi Yusufuuni hojatufi kaani, niitiini isaa waan Yusufu isi tolche kaani iti himnaani guddo dallane bobae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati manaa isaa «Waan garbichi kee na godhe argi» jettee itti himte; Inni haga waan kana dhagaye guddisee aaree,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Niitiin isaa, «Garbichi keeti akkana na godhe» jettee waan isatti hinte yennaa dhage'e, goottaan Yoseefii guddoo aare.