Genesis 39:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Yusufu woliini jira, waan inni tolche ch'ufa keesa kayo kenneefi. Inni mana namicha hojatufi, ka gosa Misiri, keesati gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan Yooseefiin woliin jiruuf hujiin harka isaa maruu hin qajeelaaf; Inni mana mootii biyya Misirii keessa ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan Yoseef woliin jiraateef, wonni inni huju teeteef; inni mana goottaa ifii, Phoxiifaarii nama biyya Gibxi'ii keessa le'aa ture.