Genesis 39:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba guddaani mana hid'aansaa kaani waan Yusufuti lakise tokole ira imbaane, wonti akanatiifi AABBO Waaqi Yusufu woliini jira, waan inni tolche ch'ufa keesati kayo kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan mana hidha'aa waan wontoota Yooseefitti kennee sanniin maraa hin yaadu ture; waan Rabbi isa woliin jiruuf wonti inni godhu maruu hin qajeelaaf ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Yoseef woliin jiraatee, wonni inni huju marti akka isaaf teetu waan godheef, ajajaan mana hidha'aa waan Yoseef itti gaafatamaa itti te'e isatti lakkisee, itti hin yaaddonne.