Genesis 39:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami sunini aka AABBO Waaqi Yusufu woliini jiru, yokhaani aka waan inni tolche ch'ufa keesati kayo kenneefi, arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gooftaan Yooseefii akka Rabbi isa woliin jiru, waan inni hojjate maraa akka Rabbi qajeelcheef arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phoxiifaar akka Mootiin Waan Maraa Yoseef woliin jiruu fi hujiin isaa marti akka isaaf teetu akka godhe dhaggee,