Genesis 39:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Potifaani adabafi huji isaa maache, huji mana isaa harka isati lakise, waan qabu ch'ufa gudda iti tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef gooftaa ufii afo'otti gaachena argate; inni isaa hojjata'aa ture; mana ufii irratti isa muudee waan qabu maraa itti kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseefitti gammadee, tajaajilaa ifii godhate; inni ajajaa mana ifii isa godhee, qabeenna ifii mara irralle'etti itti gaafatamaa godhe.