Genesis 39:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Potifaani waan ch'ufa harka Yusufuti lakise, sagale ufii male waan isaa kaani tokole, Maani? jed'e ira imbaane. Yusufuuni nama d'aabafi fuula qajeela.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phiixifaaraan waan qabu maraa Yooseefitti gad dhiise; Yooseef waan nyaatee dhuguu achi waan biraa womaa hin beeku; Yooseef nama bareeda hojjaa misha'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Phoxiifaar waan qabu mara harka Yoseefiititti lakkise; Phoxiifaar waan nyaatu malee, waan tokkolle'eef hin yaaddawuuyyu. Yoseef akkaa fi dhaaballe'een nama miidhaga'a.