Genesis 4:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini ya fuula kanke duraafi lafa tana iraa na gussite, worra d'abe seseege lafa mare, ammalle nami na argu ch'ufti na ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati adha lafa irraa na ariite ani si afo'oo dhokadha; lafa irratti baqata'aa fi yaantaree ta'a; kanaafuu namni na arge maruu na ajjeesa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ati adha lafa qotii irraa na ariiteerta; fuula keeti duraa dhokatuu qaba. Ani biyya lafaa irra baqataa daaqaleessa hin te'a; nami na dhagge martinuu na hin ijjeesa» jedhe.