Genesis 4:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasiini Kainiini fuula AABBO Waaqa duraa kae biraa deeme, lafa Nodi ta Edeniini ilaboru tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbiin afo'oo fagaatee deemee Eedeniin karaa baya biiftu'uutiin biyya «Nood» jedhamtu keessa jiraate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Qaayin Mootii Waan Maraa duraa bayee, addee oorruu Edeniitiin gara aduun baatu lafa, «Daaqiisa» jedhantu le'e.