Genesis 4:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lamekiini nad'eeni lama fuud'e, ta qara maqaani Ada, taani maqaani Sila.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laamehi haadha manaa lama fuudhe; maqaan ta duraa Aada'a; ta lammataa Seela'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laamek dubartoota lama fuudhe; maqaan takkatti'ii Aada'a, maqaan taanii Xiila'a.