Genesis 4:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleesa isaa maqaani Yubali; inni abba worra sirbaa, ka kerarifi fulludo d'au.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan obboleessa isaa Yuubaal; inni abbaa worra kiraara taphatuutii fi ka worra boobaa afuufaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan obboleessa isaalle Yubaal; inni abbaa sanyii worra kiraara dhowaneetii fi suusullee afuufanee ti.