Genesis 4:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lamekiini waan nad'eeni isaatini jed'e, Adafi Sila, dubbi tiyya ch'aqasa; isani nad'eeni Lameki, jecha kiyya d'agaya: anini nama na madeese yokhaani kaima na d'aane la ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laamehi haawwota manaa ufii «Aada'aa fi Seela'aan, «Isin waan ani isiniin jedhu dhagayaa'a; dubbii kiyyallee caqasaa'a; ani ka'imtichi tokko dhayee waan na madeesseef hin ajjeeseen;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laamek niitota ifiitiin, «Ee Aada'a, ee Xiila'a! Na dhage'a'a; niitota Laamekii, waan ani jedhu dhage'a'a. Nami yoo na madeesse, dargaggeessi yoo na dirmammeesse ani hin ijjeesa.