Genesis 4:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi turani, gaafa toko Kainiini waan oobru keesaa argate d'ufeeni AABBO Waaqaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa baay'e'een maayessa Qaa'el waan qote keessaa kennaa Rabbii dhiyeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko Qaayin midhaan lafaa irraa Mootii Waan Maraatiif kennansa dhikeesse;