Genesis 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Atini maafi akana dallante garaa hammaatte fuula guurta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Rabbi Qaa'eliin, «Maaf aarte? Maaf aartee fuulli kee gurraachate?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Mootiin Waan Maraa Qaayiniin, «Maaf aartee bobeette? Maaf mataa buutte?