Genesis 4:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Kainiini waan oboleesa isaa Habiliini jed'e, Oobru nu yaasi. Achi geennaani Kainiini oboleesa isaa Habiliti garagale d'ae ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Qaa'el obboleessa ufii Aabeeliin «Koottu gara raasa'aa baanaa» jedheen; haga gara raasa'aa deeman Qaa'el akka diinaatitti itti ka'ee obboleessa ufii Aabeeliin ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Qaayin obboleessa ifii Abeeliin, «Koy, gara diidaa baanaa» jedhe. Yennaa gara diidaa bayane, Qaayin obboleessa ifii Abeel irratti ka'ee ijjeese.