Genesis 4:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi Kaini gaafate waan jed'eeni, Oboleesi kanke Habiliini me? Inni waan jed'eeni, Anini imbeekhu. Qara oboleesa kiyya nati tissa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Qaa'eliin, «Obboleessi kee Aabeel eessa jira?» jedhee gaafate; Qaa'elillee «Eessa akka jiru ani hin beeku; ani tissee obboleessa kiyyaatii?» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Mootiin Waan Maraa, «Obboleessi keeti Abeel eessa jira?» jedhee Qaayin gaafate; inni deebisee, «Ani hin beeku, obboleessa kiyya ka eegu anaa?» jedhe.