Genesis 40:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini muduunu Farao harkaa qaba; duuba mid'aani kaani mukha iraa buqise muduunuti miich'e bisaani keesaa yaase isaati kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mijuun Fari'oonii ammo na harka jira; sanyii san fuudhee mijuu Fari'ooniititti cuunfee mijuu san Fari'oonii kenne» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani muduunuu mootichaa qabadheeraayyu; maarre ani unkuruura fuudhee, muduunuu keessatti cunfee, mootichatti kenne» jedhe.