Genesis 40:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo wonti ch'ufti sii mid'aade na qaabad'i, hayyuti naa haasai, aka akanaani mana kana keesaa na baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ammo yoo wonti mishaan kun sii ta'e yabo'oo na qaabadhuu Fari'oonitti naa himii as keessaa na baasisiis.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa si'iif tolu sanitti ammoo na yaadadhu! Maganne'ee, marroo waan kiyyaa mooticha Gibxi'iititti himiitii, mana hidha'aa kana keessaa na baasiisaan waan dansaa naa godhi!