Genesis 40:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarele lafa Ebrania keesaa irreeni na fuud'ani, armalle, ka anini woma iyyakini, naani d'ufani boola tana keesa na buusani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ana biyya Ibrootaatii fidanii uduu womaa hin goone balleessaa malee asitti na hidhan» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya Ibrootaa keessaa hunnaan hatamee dhufe; biyya kanalle'etti waan mana hidha'aa keessa na galchu, waan tokkolle hujee hin jiru» jedhe.