Genesis 40:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aabduuni qit'a kaani, aka himaansi oobju gololchitu daad'i dansa arge, jennaani waan Yusufuuni jed'e, Anileeni akana oobjad'e; dadu sadi, ta qit'a miju, mata iraa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan mana buddeenaa kuunillee akka inni eebjuu kaanii sirri'itti hiike argee Yooseefiin, «Anillee eebjuu eebjodhee ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti gaafatamaan mana sagale'eelle hiikkaan oojju'uu dansaa akka teete dhaggee, oojjuu ifiille Yoseefitti himatee, «Anille oojju'uun daabboon kollonjoon sadiin mataa irra na jirtuun dhagge.