Genesis 40:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dadu gubbaa aantu sagale miooftu, ta gosa heddu, ta Farao d'aabaniti ke jira, ammo simpirreeni sagale suni dadu keesaa guurate nyaatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
buddeena adii masoobii sadihii mataa kiyya irratti baadhee ture; masoobii gubba'aa irra buddeena Fari'oon nyaatu ka hojjattoonni isaa hojjatantu jira; allaattiin dhuftee masoobii san irraa nyaatte» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kollonjoo ol aantu keessa sagaleen adda addaa ta mootichaaf qophoottetti jiraayyu; sinbirrooti ammoo kollonjoo san keessaa sagalee san nyaatiisatti jirtiiyyu» jedhe.