Genesis 40:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya saditi Faraoni si fuud'e mata siraa kuta! Duuba mukhati si fannise, allaatini fooni kanke nyaatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
inni guyyaa sadihii si kabajja; guyyaa sadihiin maayessa fuudhee muka irratti si fannisa; allaattiin dhuftee foon kee nyaatti» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa sad keessatti mootichi Gibxi'ii hidhaa keessaa si hiikee, morma keeti si irraa mursiiseen duuba reeffa keeti mukatti hin fannisiisa; sinbirrootille foon keeti hin nyaatan» jedhe.