Genesis 40:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worra lachu mana gudda askarti keesati hid'e, fulluma Yusufu iti hid'ani taaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mana hidha'aa ka Yooseef itti hidhametti isaan hiisise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
adduma Yoseef itti hidhameeru, mana ajajaa eeddotaa keessatti akka hidhamanu godhe.