Genesis 40:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hid'aansa suni keesati ture, guddaani askartileeni Yusufu hojattu worraa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan eeddotaa Yooseefitti dabarsee isaan kenne; innillee isaanii hojjata'aa isaan guyyaa baay'ee mana hidha'aa keessa taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan mana hidha'aa Yoseefitti isaan kennee, innille isaan tajaajile. Isaan mana hidha'aa keessa yennaa diqqoo turane.