Genesis 40:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani toko hojattuuni hayyu taani lachu oobju ufii oobjatte, oobjuuni worraa suni waan garagara himte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkan gaaf tokkoo worri mana hidha'aa keessatti hidhaman lamaan worri mootii biyya Misiriitii buddeenaa fi daadhii dhiyeessan eebjuu eebjotan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan tokko qondaaltoti mootichaa lamaanuu, itti gaafatamaan daadhii woynii mootichaatii fi itti gaafatamaan mana sagalee mootichaa oojjuu oojjatane. Oojjuun tokko tokkoon isaaniituu oojjatane tun, hiikaa adda addaa qaddiiyyu.
Recommended Reading