Genesis 40:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Yusufuuni diirama worrati d'ufe, worri gammada inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganamaan Yooseef gara isaanii yoo seenu isaanii gaddaniiran argee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa ganama yennaa Yoseef gara isaanii dhufe, isaan fuula badaneeranuun dhagge.