Genesis 40:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Nu lachu oobjanne, nama waan oobju suni nuti himu d'amne. Jennaani Yusufuuni waan jed'eeni, Himaansi ka Waaqatiniti? Me, oobju teesani nati hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Eebjuu eebjonnee nama nuu hiiku dhabne» jedhaniin. Yooseefillee, «Ka dandeettii eebjuu hiiku'uu namaa kennu Rabbi; kanaafuu eebjuu keessan natti himaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Halkan edaa nuuti lamaanuu oojjuu oojjannee, ammoo nami hiiku tokkolle dhabame» jedhane. Yoseef isaaniin, «Oojjuu hiikiisaaf ka dandeessisu Waaqa; oojjuu teessan natti hima'a» jedhe.