Genesis 41:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gurba kaima tokoti, ka gosa Ebrania, ka hojattu gudda askarti, gaafasi nu woliini jira; duuba oobju teenna iti himne jennaani waan isiini d'ooftu nuti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yoo san dargaggeessi worra Ibrootaa garbichi tokko ka bulchaa worra balbala eeganii tajaajilu nu woliin ture; nu eebjuu keenna isatti himnaan nu maraafuu akkuma eebjuu keennaatiin nuu hiike.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dargaggeessi worra Ibrootaa tokko, tajaajilaan ajajaa eeddotaa, hidhaa keessa nu woliin ture. Yennaa nuuti oojjuu teenna isatti hinne; innille hiikkaa oojjuu teennaa nu'uuf hime.