Genesis 41:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Faraoni waan jed'eeni, Anini oobju oobjad'e, ammo nama waan isiini d'ooftu nati himu d'abe; aka atini waan oobju himtu ya d'agaye, tanaafi si yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon Yooseefiin, «Ani eebjuu eebjodhee nama naa hiiku dhabe; ati yoo eebjuu eebjotan sitti himan akka hiikuu dandeettu dhagayeera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi isaan, «Ani oojjuu oojjadheeru qaba. Nami tokkolle ammoo hiikkaa isi'ii naaf himuu hin dandeenne. Ati yennaa oojjuu si'itti himane hiikuu dandeetta jechuu dhage'eera» jedhe.