Genesis 41:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ani jed'e, looni torba gagabbooni mimid'aagooni galaana keesaa bahani afaani galaana d'eedani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
sa'oolee torbaa ka gagabbatan laga keessaa bayanii ka marga dheedan arge;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
loon dadansaan gagabboon torba laga keessaa bayanee, marra dheedanuun dhagge.