Genesis 41:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yo ani jed'e, akuma qara kaani huqo, woma iraa inhiinne, nami tokoleeni dandae, Looni kaani ya nyaatani injed'u. Jennaani damaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan isaanii waan waa liqimsan hin fakkaatu; bifti isaaniillee akkuma duraa san nama jibbisiisa; achiin maayessa ani hirribaa dammaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo loon torba san nyaataneen duuba, akkuma durii huhuqqatanee googiraawanee waan jiranuuf, akka isaan nyaataneeranu nami tokkolle beekuu hin dandeenne. Ani achiin duuba dammaqe.