Genesis 41:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Looni haaluuni torbaani kaani, ka faana looni kaani d'ufanifi mataani qaqallaani torbaani bubbeeni owituuni lafa alooti d'ufte d'oofte gubde kaani ganna torba ka beela.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiikkaan sa'oolee bifa babbadduu huqqattuu maayessa bayan sanniinii woggaa torba; hiikkaan hamaamoo quuranii ka qilleensa baya biiftu'uutiin dhayamanii ammo beela woggaa torbaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loon huhuqqoon jibbisiisanu torbaa fi unkuruurri midhaanii qooraan qilleensa gara aduun baatuutiin gubatane ka isaaniin duuba dhufane, woggaa beelaa torba.