Genesis 41:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani looni torba d'ibileeni haaluuni goblooli, galaana keesaa bahani looni gagabbo kaani bira afaani galaana ejaanjani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka biraallee sa'ooleen torbaa ka huhuqqatan laga keessaa bayanii loowwan kaawwan bira dhadhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, ammalle loon huhuqqoon googiraan torba bisaan keessaa bayanee, loon dadansaa gagabboo kaan bira dhaabbatane.