Genesis 41:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti oobjuuni tante lama taateefi, Waaqi ya waan kana mure buufate, d'iotu tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti eebjuun Fari'oonitti deddeebi'ee mudhateef wonti sun waan Rabbiin irraa murtaayeef Rabbi dafee raawwata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oojjuun lamaan ati oojjatte tun waan Waaqaan murteeffamee fi waan inni yennaa dhikoo keessatti godhu'uu jiru mudhitti.