Genesis 41:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara d'ibi ka isa jala hojatule tolchi, haga ganna torba ka lafti quufa qabdu, mid'aani argatani keesa, kintaala shani keesaa, toko olkayi jed'iini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon biyya irratti worra baallii qaban haa muuduu; innillee sanyii bara quufaa ka woggaa torbaa san keessaa shan keessaa harka tokko namoota irraa haa fuudhuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle qondaaltota dhibii worra woggoota misa gudda'aa torba san keessa, midhaan harka shan keessaa tokko fuudhanu filadhuutii muudi.