Genesis 41:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani ganna quufa ka gad'ufu kana dira ch'ufa keesati wolti guura, fulla tokoti jabeesa olkaya, badi d'owa jed'iini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa mimmishaa torban dhufu sanniin keessa midhaan wolitti qabatanii haa kaayanii; qamadii Fari'ooniin bira haa kaayatanii; midhaan qachoota keessa kaayamee haa eeggamuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan woggoota dansaa dhufaartu keessatti midhaan mara wolitti guuranee, baallii mootichaa jalatti qachaa keessatti wolitti qabanee eeganuu ti.