Genesis 41:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagaleeni olkayani suni, gaafa ganni torbaani beela ka lafa Misiriti d'ufu, nama ch'ufa geete, akanaani biyya sila beelaani dootu duu d'owarti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggoonni beelaa torban sunniin banii akka hin balleessine midhaan kuufamee haa eeggamuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggoota beelaa torba ta biyya Gibxi'ii irratti dhufaartu keessatti, biyyi beelaan akka hin banne, midhaan kun biyyaaf akka te'u maffamanuu ti» jedhe.