Genesis 41:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faraoni waan jed'eeni, D'iiro, nama Yusufu ira jiru, ka lubbuuni Waaqaa ke jirtu, inarganna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon «Nu dhugamaan nama Hafuura Rabbii qabu kana argannaa?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi, qondaaltota ifiitiin, «Nuuti nama Ayyaanni Waaqaa keessa jiru ka akkanaa kana dhaggatiisa dandeennaa?» jedhe.