Genesis 41:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Faraoni waan Yusufuuni jed'e, Eegi Waaqi waan kana ch'ufa si garsiise, nami tokoleeni ka aka kanke malafi qaroomale qabu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Fari'oon Yooseefiin «Namni akka keetii beekaanii fi ogeessi hin jiru waan Rabbi waan kana maraa sii ibseef;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi, Yoseefiin, «Waaqi waan kana mara si'itti mudhiseera. Qaro'oo fi hubataan akka keetii tokkolle hin jiru.