Genesis 41:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaari fardi hirkisu ka mid'aaguma ka hayyuti aanu kenneefi, nama isa dura yae lalabe, Duraa gora! Dura gora! jed'u tolcheefi. Akanaani Yusufuuni gudda lafa Misiri ch'ufa tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Konkolaataa fardaa ka lammeesso'oo irra kaayee ka labsii labsu «Isaa sagadaa'a» jedha'aa afoo deema'aa labse; innillee biyya Misirii maraa irratti muudame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi garreettaa fardaa ka isatti aanu irra isa teessisee, worri garreettaa farda isaa dura deemanu lallabaa, «Gad jedha'a! Gad jedha'a!» jedhane; mootichi akka kanaan lafa Gibxi'ii mara irratti Yoseefiif baallii kenne.