Genesis 41:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faraoni waan jed'eeni, Anini hayyu lafa Misiri; nami tokoleeni waan atini inquufiini intolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon «Biyya Misirii maraa irratti eennullee ajaja kee malee harkaa luka ufii hin sochoosin» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yoseefiin, «Ani mootii te'ulle, eeyyama keetiin malee nami lafa Gibxi'ii keessa jiru marti harka yookiin miila ifii hin tatachoofatu» jedhe.