Genesis 41:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Yusufu maqa afaani Misiri Safenath-Panea baaseefi, ammalle intala Asenathi jed'ani, ta dubra Potifa qaallicha dira Oni, fuusise. Gaafa Yusufuuni huji Farao seene ganni isaa sodoma. Duuba Farao biraa deeme arda Misiri ch'ufa keesa imaltu d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon maqaa Yooseefii afaan biyya Misiriitiin «Tsafnaat Pa'inahi» jedhee itti baaseefii intala Phiixifaaraa gadicha qachaa Heeliyootu'uu ta Asnaat jedhamtu itti fuudhe; achiin maayessa Yooseef biyya Misirii maraa keessa naannaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi, «Zaafenaat-Phane'aa» jedhee maqaa Yoseefiif kenne; intala Phoxii-Feraa hayyicha qachaa Onii, ta «Asenaat» jedhantu, Yoseef heerumsiise. Yoseefille lafa Gibxi'ii duudii keessa deddeeme.