Genesis 41:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa ganna torbaani quufaa kaani, lafti aka taka inargini mid'aani baafte;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
woggaa quufaa torban keessa midhaan gudda'atu wolitti qabame;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa misaa torba san keessa latti midhaan bacaa kennite.