Genesis 41:48 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba Yusufuuni mid'aani suni ch'ufa wolti guure dira lafa suni ch'ufa keesati olkaye. Dira suni ch'ufa keesa inni mid'aani d'aatuti bahe olkaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
midhaan bara quufaa ka woggaa torbaa biyya Misirii keessatti argame keessaa Yooseef qachattii maraa keessatti wolitti qabee sanyii argame maraa achuma kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseefille midhaan woggaa misaa torba lafa Gibxi'ii keessatti dhaggame san qachoota keessatti kuuse. Midhaan inni qachuma qacha'atti wolitti qabe sun fichuma adaala qachoota saniitii ka dhaggame.