Genesis 41:49 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni mid'aani haga inqamne, ka aka biyye tana, wolti guure, eegee hedule dad'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef midhaan akka cirracha galaanaa baay'atuu fi qamadii hanni isaa hin beekkamne wolitti qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef midhaan akka maansa qarqara abbaaya'aa bacatu kuuse; midhaan guddoo waan bacateef inni safariisaayyuu lakkise.