Genesis 41:51 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni much'a angafa maqa Manase baase waan jed'e, Waaqi ya gaargala kiyyafi worra kiyya na deesise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mucaa hangafaa Minaasee jedhee maqaa itti baase; «Waan Rabbi rakkinna kiyyaa fi mana abbaa kiyyaa na irraanfachiiseef» jedhe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef, «Waaqi rakkinna kiyya maraa fi worra kiyya mara akka dedhu na godhe» jedhee maqaa ilma ifii angafichaa, «Minaasee » jedhee baase.