Genesis 41:52 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka maand'a maqa Efraimu baaseefi waan jed'e, Waaqi ya lafa anini keesa gaargale keesati na daraarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
maqaa mucaa lammeesso'oollee Efreem jedhee itti baase; «Waan Rabbi biyya itti rakkadhetti na horsiiseef» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef ilma lammeesso'oo, «Waaqi lafa ani itti rakkadhetti ijoollee na horsiise» jedhee maqaa isaa, «Efreem » jedhee baase.