Genesis 41:54 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma Yusufuuni jed'e ganni torbaani beelaa kaani d'ufe. Lafa Misiri male lafti d'aatu taani ch'ufti beelaani badde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma Yooseef dubbate beelli woggaa torbaa jalqabee biyyi maruu hin beelaye; biyya Misirii maraa keessa ammo midhaantu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba akkuma Yoseef jedhe, woggooti beelaa torba dhufiisa jalqabane. Biyya dhibii duudii keessa beelti buute; biyya Gibxi'ii ammoo sagaleen jirtiiyyu.