Genesis 41:55 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegee lafa Misirile beelti seente, duuba Farao d'aqani, Sagale nuu kenna jed'ani. Faraoni waan jed'eeni. Beena, gara Yusufu d'aqa, waan inni isani tolchu taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyi Misirii maruu beelayanii midhaan argatu'uuf Fari'oonitti iyyatan; Fari'oon ammo namoota biyya Misirii maraanuu, «Gara Yooseefii dhaqa'aatii waan inni isiniin jedhe maraa godhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Gibxi'ii duudii keessatti beelti jabaannaan, kolbaan sagale'eef mootichatti iyyite. Inni worra Gibxi'iitiin, «Gara Yoseefii dhaqa'aatii, waan inni isiniin jedhu godha'a» jedhe.