Genesis 41:56 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beelti hammaatte lafa ch'ufa qabatte jennaani Yusufuuni mana mid'aani keesa olkayani kaani ch'ufa bane worra lafa Misiriti mid'aani gurgure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyi maruu hin beelaye; Yooseef ammo gootaraa maraa banee namoota biyya Misiriititti midhaan akka gurguramu jedhe; biyya Misiriititti beelli hin jabaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beelti biyya Gibxi'ii duudii keessatti jabaannaan, Yoseef mana kuusa'aa banee midhaan kolbaa Gibxi'iititti gurgure.