Genesis 41:57 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro beelti guddo jabaatteefi, nami lafa ch'ufa keesa lafa Misirii d'ufe, aka sagale Yusufu iraa bitatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya marattuu waan beelli jabaateef midhaan bitachu'uuf gara biyya Misirii Yooseefiin bira dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beelti biyya lafaa duudii irratti waan jabaatteef, namooti biyya lafaa duudii irraa midhaan Yoseef irraa bitatiisaaf, gara biyya Gibxi'ii dhufane.